Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan Piriimeer liigii Itiyoophiyaa bara 2017 Madin Itiyoophiyaan wayita Finfinnee gahu deeggartoota isaan simannaa hoo’an taasifameef.Kilabichi har’a Magaalaa Adaamaa gara Finfinnee kan gale yoo ta’u, daandiwwan guguddoo magaalaa Finfinneerra naanna’uun injifannoo isaa kabajeera.Kilabichi yeroo jalqabaaf bara kana Shaampiyoonaa ta’uun ni yaadatama.Mubaarik Faantaawutu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.