Finfinnee, Waxabajjii 21, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Pireezidaantii Itti Aanaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheetiimaa waliin Piroojektii qarqara Laga Gulalleetti biqiltuu dhaaban.Hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa, naannolee fi bulchiinsa magaalootaa saganticharratti argamaniiru.Sagantaan jalqabsiisa Ashaaraa Magariisaa baranaa yaada ijoo “Dhaabuudhaan Bayyanachuu” jedhuun keessa gaggeeffamuun ni yaadatama.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.