'Marii haaraa jalqabuun dura Ameerikaan haleellaa Iraan irratti yaadde dhiisuu qabdi'

Wait 5 sec.

Ameerikaan marii dippilomaasii dhimma nuukileeraa irratti jalqabee adda cite akka itti fufu barbaannaan haleellaa dabalataa Iraan irratti yaadde dhaabuu qabdi jedhan itti aanaan ministeera dhimma alaa Iraan.