Dooktar Abiy Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa waliin mari’atan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheentiimaa waliin mari’ataniiru.Dhimmoota ijoo waloo fi naannawaarratti mari’achuu Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.#Oromia #Ethiopia