Ertiraan mootummaan Itoophiyaa ''ajandaa waraanaasaatiif deeggarsa argachuuf duula dippilomaasii eegalee cinseera'' jechuun himatte. Mootummaan Itoophiyaa ''guyyoota darban'' keessaa xalayaawwan Ertira himatan gara ''Baarreessaa Olaanaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii fi dureewwan biyyoataatti ergeera'' jechuun balaaleffatte.