MM Itoophiyaa Abiy Ahimed har'a daawwannaaf Moqadishoo galu. Maddeen BBC akka jedhanitti MM Abiy Ahimed simachuuf Mooqadishoo keessatti qophii guddaan taasifamaa tureera.