Itiyoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Deeggarsa Doolaara miiliyoona 60 mallatteessan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Baankiin Addunyaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuun sirna Fayyaa dubartootaaf kan oolu waliigaltee Deeggarsa Doolaara miiliyoona 60 mallatteessaniiru.Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee fi Itiyoophiyaatti Daayrekterri Baankii Addunyaa Maariyaam Saaliim waliigalticha mallatteessaniiru.Deeggarsichi dubartoota naannawaa jijjiirama qabeenya qilleensaaf saaxilamaa ta’an haala Fayyaa isaanii fooyyessuuf piroojektoota hojjetaman tumsuuf oola jedhame.#Oromia #Ityoophiyaa