Afaan Oromoo afaan hojii federaalaa gochuun 'silumayyuu callisaniidhuma kana gooneerraaf malee garaarraa miti'

Wait 5 sec.

Ganna shaniin dura (bara 2020)tti ammoo imaammanni afaanii afaanota Itoophiyaa afur afaan hojii dabalataa mootummaa Federaalaa taasisuuf Ministeera Aadaa fi Ispoortiitiin bahee ture. Afaan Oromoo kan ummata dubbatu guddaa qabus afaanota kanneen keessaa tokko ta'ulleen, hamma yoonaatti garuu hojiirra hin oolle. Maaltuu danqee?