Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) –Koonfiraansiin Ummataa Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Magaalaa Boongaatti gaggeeffamaa jira.Waltajjicharratti Pireezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Miseensi Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa Obbo Awwaluu Abdii, Pireezidaantii Itti Aanaa Naannoo Gaambeellaa Dooktar Gaatluwaak Roon argamaniiru.#Oromia #Ethiopia