Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira

Wait 5 sec.

Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Bishooftutti taa’amaa jira.Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’adaa Abdurrahman, Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaa fi dabalatee hooggantoonni federaalaafi naannoo argamanii jiru.#Oromia #Ethiopia