Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaan marsaa itti aanuuf darbaniiru.Luusiiwwan tapha gita isaanii Ugaandaa waliin har’a Finfinneetti taphatan galchii 2 fi 0’n injifachuu hordofee rukuttaa adda bahiinsan galchii 5 fi 4’n injifachuun marsaa itti aanuuf darbaniiru.Luusiiwwan Kaampaalaatti galchii 2 fi 0’n injifatamuun kan yaadatamuudha.#Oromia #Ethiopia