Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) -Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Somaaliyaa Moqaadishoo galaniiru.Dooktar Abiy wayita buufata xiyyaaraa Idil Adduunyaa Adan Abdullee gahan Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud simataniiru.