Daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Yaadannoon Injifannoo Adwaa erga eebbifamee daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Adwaa daawwachuu isaanii ibsame.Yaadannichi ummataaf banaa erga ta’ee kaasee hanga ammaatti daawwattoonni hedduun bakkichatti argamuun daawwachuu Daayrektarri Olaanaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa Giruum Girmaan ibsaniiru.Bitootessa 7, 2016 – Guraandhala 13, 2017tti daawwattoonni kumni 200 fi kumni 46 ol yaadannicha daawwachuu kaasaniiru.Kanarraahis galiin miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 23 argamuu ibsuu TOI gabaaseera.