Ugaandaa 2 – 0 Itiyoophiyaa

Wait 5 sec.

Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa 2026 Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa fi kan Ugaandaa gidduutti taphatame olaantummaa Ugaandaan xumurameera.Tapha Gulaallii marsaa jalqabaa har’a Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaa Istaadiyeemii Hamzitti taphatameen Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ugaandaa galchii 2 fi 0n kan Itiyoophiyaa injifateera.Luusiiwwan falmii cimaa taasisanis daqiiqawwan dhumaarratti galchii lama keessummeessuun injifatamaniiru.#Oromia #Ityoophiyaa