Loltoonni Ertiraa bulchiinsa qabatan 'isaantu beeka' - Amb. Diinaa Muftii

Wait 5 sec.

Mootummaan Ertiraa waraanasaa bulchiinsota Itoophiyaa walabaa keessaa akka baasu hawaasni idla addunyaa dhiibbaa akka godhu waamicha kan dhiyeessan Ambaasaddar Diinaa Muftii bulchiinsota qabatan ''isaaniyuu beeku'' jechuun BBCtti dubbatan.