Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Hoggansii fi miseensonni humna Eegdota Rippabilikaanii Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin ta’uu gaara Yakkaarratti Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaabaniiru.Miseensonni kunneen ‘Dhaabuun Bayyanachuu’ mata duree jedhuun kan moggafame sagantaa Ashaaraa Magariisaarratti hirmaachuutti gammaduu ibsaniiru..Raayyaan Ittisa Biyyaa biyya eeguun cinaatti eegumsa naannoorratti hirmaannaa olaanaa taasisa jiru.Misikkir Sinaafiiqitu gabaase.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.