Paartichi ibsa kaleessa fuula miidiyaa hawaasaa isaa irratti baasen, filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa bara dhufu gaggeeffamu ilaalchisee bakka bu'oota UNfi Gamtaa Afrikaa waliin marii gaggeessuu ifa godhe.