Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa injifataniiru.Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan guyyaa har’aa Naannoo Sidaamaatti kan geggeeffame yoo ta’u, dubartootaan Atileet Masarat Gabree Naannoo Oromiyaarraa yoo injifattu, dhiirotaan Atileet Gammachuu Yaadasaan Itiyoophiyaa Elektirik irraa mo’ateera.Dorgommii kanarratti Atileetonni 360 ol hirmaataniiru.Atileetota dorgommicha injifataniif badhaasni meedaaliyaafi maallaqaa kennameera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.