Tumsa idil addunyaa cimsuu keessatti bu’a qabeessummaan Waltajjii BRICS ittufuffera – Dooktar Abiy Ahimad

Wait 5 sec.

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC) – Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad waltajjiin BRICS gama tumsa idil – addunyaa fi misooma waloo guddisuutiin bu’a qabeessa ta’ee itti fufeera jedhan.Ministirri Muummeen fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii irratti akka ibsanitti waltajjii BRICS Riyoo Dee Jeneroo Biraaziil irratti hoggantoota BRICS waliin walarganiiru.Addunyaa walqixxummaa fi haqni keessa guute argachuuf walitti dhufeenya keenya cimsuu qabna jechuun ibsanii, waltajjiin BRICS misooma waloo fi tumsa idil-addunyaa guddisuu keessatti bu’a qabeessa ta’ee ittifufeera jedhan.