Maanguddoon umurii waggaa 108ffaa dhiyeenya kana kabajatan Waaamii Birraatuu, ammalleen ispoortii hojjachuurraa hin sooromne. Du'a qofaatu ispoortii adda nabaasa jedhu. Ofii Waamii Birraatuu eenyudha?