Finfinneetti piroojektoonni garaagaraa 21 ijaaramaa turan eebbisiifaman

Wait 5 sec.

Waxabajjii 29, 2017(FMC)-  Magaalaa Finfinneetti piroojektoonni daandii 13 dheerina kiiloomeetira 31.5 qabaniifi riqichoonni 8 eebbisiifamuun tajaajilaaf banaman.Saganticharratti kantiibaa magaalichaa aadde Adaanech Abeebeefi Af-yaa’ii Mana Maree magaalichaa aadde Buzeenaa Kadir dabalatee hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa argamaniiru.Aadde Adaanech wayita kana, magaalaa keenya ammayyoomsuuf hojiilee misooma kooriidarii dabalataan waliingahiinsa daandii mirkaneessuuf xiyyeeffannoo addaa kenninee hojjechaa jirra jedhan.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.