Waancaa kilaboota addunyaan PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe

Wait 5 sec.

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Tapha Waancaa kilaboota addunyaa Ameerikaatti taphatamaa jiruun PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe.PSGn galchii 2 fi 0n Baayern Muunik injifachuun tapha walakkaa xumuraaf gahuu mirkaneeffateera.Har’a halkan 5:00 eegalee falmiin Riyaal Maadiriid walakkaa xumuraaf darbuuf Boorishiyaa Doortimundi waliin taasisu eegame.Cheelsiin fi Filuumiiniinseen walakkaa xumuraaf darbuun isaanii ni yaadatama#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofanaTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.