Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen kabaja guyyaa bilisummaa Koomooroosirratti hirmaachuu Koomooroos magaalaa Mooroonii galan.Pireezidaanti Taayyeen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Mootii Mooroonii Sa’id Ibraahiim gahan aanga’oota olaanoo biyyattiin simatamaniiru.Koomooroos gita bittaa Faransaay jilaa kan baate Waxabajjii 29 bara 1967 yoo ta’u, boru waggaa 50ffaa ishee kabbajji.Hoggantoonni biyyoota Afrikaa fi kanneen biroon saganticharratti hirmaachuuf Koomooroos galaa jiraachuu TOI gabaaseera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.