Hundeessaan Maayikiroosooft Biil Geetis, waggoota 20 itti aanan qabeenya qabu keessaa fooyya'insa tajaajila fayyaafi barnootaa Afrikaatiif harka caalu kennuuf akka jiru beeksise.