Finfinnee, Guraandhala 8,2017 (FMC)-Yaa’iin 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.Yaa’icharratti Dureewwan biyyoota Afrikaa garaagaraa ,Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutarez dabalatee Hoggantoonni Olaanoo Dhaabbilee Idil Addunyaa garaagaraa argamaniiru.Yaa’ichaan Ajandaalee Ardichaa garaagaraatti mari’achuun murtoowwan ni darbuun eegama.#Oromia #Ityoophiyaa