Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota hawaasa daldalaa waliin mari’atan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota hawaasa daldalaa guutuu Itiyoophiyaarraa walitti babba’an waliin mari’ataniiru.Mariiin kun marii sadarkaa godinaalee, magaalotaafi naannooleetti gaggeeffamaa ture itti fufuun guyyaa har’aa sadarkaa federaalaatti gaggeessineerra jedhan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin.Waltajjichi dhimmoonniifi yaadonni damee daldalaarratti sadarkaa sadarkaan walitti qabaman qophii karoora biyyaalessaafi galmoota misoomaaf galtee ta’uun akka hammatamaniif qophaa’uu hubachiisaniiru.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.