'Waa'ee keenya himuu gaafa hanqanne seenaan keenyas dagatamaa deema'

Wait 5 sec.

Komishinara Itti Aanaa Komishinii Tuurizimii Oromiyaa kan ta'an Obbo Naggaa Wadaajoo kitaabilee qabeenya tuurizimii Oromiyaa fi Itoophiyaarratti xiyyeefatan lama barreessuun eebbisisaniiru. Ofii kaayyoonsaa maali?