Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Lammiin Kirooshiyaa taphataan duraanii Baarseloonaa Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise.Taphataan sarara gidduu duraanii Baarseloonaa, Siiviyaa fi Kilaba Saa’udii Alshabaab, Ivaan Raakiitiich umrii waggaa 37ffaa isaatti tapha Kubbaa Miilaa Dhaabuu ifoomse.Ivaan Raakiitiich biyya isaa fi Kilaboota kanneeniif taphoota 971 taphachuun kubbaawwan galchii ta’an 288 irratti gumaacha taasiseera.Waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa dabalatee waancaawwan garaagaraa milkeesseera.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.