'Oromoon hireesaa akka murteeffatu Ertiraan tasumaa hin barbaaddu' - Qabsaa'ota Oromoo Ertiraa turan

Wait 5 sec.

Mootummaan Dargii erga kufee booda, EPLF Ertiraa walabaa yoo ijaaru, TPLF olaantummaan Itoophiyaa bulchuutti seene. ABOn lamaansaanitiinuu "dhiibamee" qabsoo hidhannootti deebi'e.