Pireezidaanti Doonaald Tiraampi tapha xumuraa kilaboota addunyaa isteediyeemiitti argamuun ni daawwatu

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi dorgommii tapha waancaa xumuraa kilaboota addunyaa isteediyeemiitti argamuun ni daawwatu.Doonaaldi Tiraampi istaadiyeemii Meet Laayifitti argamuun tapha xumuraa kana akka daawwatan ‘Daily Mail Sport’ gabaaseera.Qopheessummaa Ameerikaan gaggeeffamaa kan jiru dorgommichi rakkoo jijjiirama qabeenya qilleensaafi hanqina daawwattootaan komiin irratti ka’aa ture.Dorgommiin tapha waancaa xumuraa kilaboota addunyaa kun Dilbata dhufu istaadiyeemii Meet Laayifitti gaggeeffama.Wandimmaaganyi Tsaggaayeen.#Oromia #EthiopiaOdeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;Teelegiraama t.me/afanoromofanaYuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromooMarsariitii www.fanamc.com/afaanoromooTiwiitara https://twitter.com/fanatelevisionFeesbuukii: FBC Afaan OromooTiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromooYeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.