MM Abiy 'dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan' iirratti Ameerikaa waliin mariyatan

Wait 5 sec.

Ministiirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad "dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan" jedhan irratti Ministiira Dhimma Alaa Ameerikaa Maarkoo Ruubiyoo waliin mariyachuu himan.