Maanchistar Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gara 6’tti guddise

Wait 5 sec.

Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2019(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 7ffaan Maanchistar Siitiin Ispiwich Taawoniin galchii 3 fi 2’n injifateera. Bu’aa kana hordofees Maanchistar Siitiin garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gara 6’tti guddifateera.  Maanchistar Siitiin taphoota liigichaan hanga ammaatti taphate 7 hunda injifateera.Tapha biraan Liivarpuul Bireentifoordiin galchii 2 fi 1’n injifateera. Akkasumas tapha sa’aatii walfakkaataatti taphatameen Fuulhaam Haal Siitii galchii 1 fi 0’n injifateera. #Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa