Miseensonni Raayyaa Ittisaa Ajaja Giddugala Daalool biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaabaan

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa Ajaja Giddugala Daalool biqiltuu ashaaraa magariisaa Godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo dhaabaan.Biyya abbootiin nu dhaalchisaan nutis eegnee dhaloota dhaalchifna jedhan Miseensootni Raayyaa ittisa biyyaa.Birmadummaa biyyaa kabachisuu cinaatti hojiilee misooma irratti hirmaachuun ashaaraa keenyaa kaa’uun dirqama lammummaa bahachaa jirra jedhan.Tasfaahuun Kabbadaatiin#Oromia #Ethiopia