Magaalaa Asallaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira

Wait 5 sec.

Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Magaalaa Asallaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira.Duula kanarratti kutaaleen hawaasaa garaagaraa ganama barii irraa eegaluun dammaqinaan hirmaachaa jiru.Faxxanaa Zawudeetu gabaase.#Oromia #Ethiopia