Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Naqamtetti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira.Duula Kanaan biqiltuun kumni 61 fi 984 ni dhaabbatu jedhameera.Galaanaa Tasfaatu gabaase.#Oromia #Ethiopia