Finfinnee, Waxabajjii 11, 2018 (FMC)- Qormaanni Xumura Barnoota Sadarkaa Giddugaleessaa kutaa 8ffaa Bara 2018 guutuu Oromiyaatti kennamuu eegaleera.Qormaatichi kilaastara 1226tti barattoota kuma 400 fi kuma 30 oliif guyyoota lamaaf kan kennamu ta’uu ragaan BBO ni mul’isa.#Oromia #Ethiopia