Ameerikaan dolaara miliyoona 300 Iraaniif kennuuf jedhamuu Tiraamp waakkate

Wait 5 sec.

Ameerikaa fi iraan erga waliigalteerra gahanii booda Ameerikaa fi michoonnishee maallaqa guddaa Iraan deebisanii ijaaruuf oolu ni kennu jedhamuu Pirezidant Tiraamp waakkateera.