Baalliin (Alangeen) Gadaa Tuulamaa marsaa 70ffaa waggoota saddeet darbaniif Gadaa Meelbaa harka ture gara Muudanaatti darbeera.Muudanarraa namni Abbaa Gadaa waggaa saddeet dhufaniif Gadaa Tuulamaa hoogganuuf baallii fudhatan Obbo Geetuu Taliilaa ti.