Finfinnee, Sadaasa 19, 2019 (FMC) – Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 2ffaa bara Paarlaamaa 7ffaa gaggeessuu eegaleera.Yaa’ichi ajandawwaan adda addaa raggaasisuun eegaleera.Ajandaalee dhiyaatan garaagaraarratti mari’achuun murtoo ni dabarsaan eegama.#BiyyaGuddoo #UummataGuddaa #MullataGuddaa