'Faannoon' marii "dhaabbileen idil-addunyaa fudhatama qaban" hoggananiif "deebii kennuuf" qophiidha" jedhe

Wait 5 sec.

Sochiin Biyyaalessaa Faannoo Amaaraa [Amaaraa Faannoo Biheraawwii Niqinnaaqee (AFBN)] "dhaabbileen idil-addunyaa fudhatama qabanaaii fi muuxannoo qabaniin" hoogganamuun, akkasumas "raawwii isaa kan hordofaniin" mariin mootummaa waliin akka gaggeeffamuuf gaaffiin kan dhiyaatu taanaan "deebii kennuuf dubbi himaan garee kanaa Asires Maaree BBC'tti hime.