Hoggantoonni waraanaa biyya wal waraansa keessa jirtu Sudaan Itoophiyaa waliin atakaaroo keessa erga seenaniin bubbuleera. Humna Addaa Sudaan (RSF) waliin falmiitti kan jiru waraanni biyyattii masaanuu isaa kan ta'eef deeggarsa taasisaa jirti jechuun Itoophiyaa himata.