Mootummaan Eertiraa lammiileen biyyattii maallaqa harka isaaniirra jiru hundaa hanga xumura ji'a Waxabajjii kanaatti akka baankii galchan akeekkachiise.