Finfinnee, Adoolessa 5, 2018(FMC)- Dorgommii waancaa addunyaa bara kanaa yeroo jalqabaaf biyyoota 48 hirmaachiseen biyyoonni 44 gaggeeffamuun afur qofti hafaniiru.Tapha waancaa addunyaa bara kanaa qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksiikoon gaggeeffamaa jiruun Faransaay Ispeen waliin, Ingili ammoo Arjentiinaa waliin ni taphatu.Faransaay Moorookoo galchii 2 fi 0, Ispeen ammoo Beeljiyeemiin galchii 2 fi 1’n injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbuun kan yaadatamudha.Gareen biyyaalessaa lameen tapha xumuraaf darbuuf taphni Kibxata dhufu galgala istaadiyeemii Teeksaas Daalaasitti taphatan haalaan eegama.Tapha walakkaa xumuraa biroon Roobii dhufu galgala Arjentiinaafi Ingiliz wal morkatu.Tapha nuusa xumuraan Ingiliz Noorweeyiin, Arjentiinaan ammoo Siwiizarlaandiin injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbuun isaanii ni beekama.Tapha waancaa addunyaa biyyoonni 44 gaggeeffamnii afur hafan Kanaan eenyutu abbaa waancaa ta’a kan jedhu gamanumaan eegama.#Oromia #Ethiopia