Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) – Sagantaa tapha dorgommii waancaa addunyaa bara 2026 nuusa xumuraan Ingilaand Noorweey’n 2 fi 1n injifachuun gara walakkaa xumuraatti dabarteetti.Gareen lamaanuu tapha idilee daqiiqaa 90 keessatti 1 fi 1n qixa waan xumuraniif gara yeroo dabalataatti cehaniiru.Kanaanis Ingilaand galchii lammaffaa waan galchiteef dabaruu dandeessetti.Ingilaand walakkaa xumuraan Arjantiinaa fi Siwiizerlaand keessaa kan injifatuun wal morkatti.#Oromia #Ethiopia