'Gaaffiiwwan akka hin gaafanne ni dhorkamna turre' – Miseensa Parlaamaa

Wait 5 sec.

Dr Kafanaa Ifaa waggoota shanan darban paartii biyya bulchu, Paartii Badhaadhinaa, bakka bu'un Miseensa Parlaamaa ta'un tajaajilaniiru.