Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Baajata Mootummaa Federaalaa bara 2019’f dhiyaate raggaasise

Wait 5 sec.

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2018 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’ota Wixinee baajataa mootummaa Federaalaa bara baajataa 2019’f Birrii Tiriliyoona 2 fi biiliyoona 300 fi biiliyoona 39 ol ta’uun dhiyaate raggaasiseera.Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataas wixinee labsii baajataa dhiyaaterratti yaada dabalataa qaban erga dhiyeessanii booda labsichi sagalee guutuun ragga’eera.Labsiin baajataa kunis labsii lakkoofsaa 1437/2018 jedhamuun moggafameera.