Finfinnee, Fulbaana 5, 2019 (FMC) — Feestivaalli Goobee fi Shinooyyee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti akkaataa duudhaa fi aadaa isaa eegeen kabajameera.Hoggantoota kutaa magaalichaa, gurmaa’insi foollewwan kutaalee magaalaa Finfinnee, Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee saganticharratti argamaniiru.#Oromia #Ethiopia