Ameerikaan gara waliigalteetti deebiyuu baannaan mariin akka hin jiraanne Iraan beeksiste

Wait 5 sec.

Ameerikaan hanga sanada waliigaltee Islaamaabaad hojiirra hin oolchinetti Teehraan mariif akka hin teenye barreessaan Mana-maree Biyyaalessaa Walabaa Iraan Moohiseen Raazeey dubbate.