Iraan sirna gaggeessaa Alii Kaamenii ifatti eegalte

Wait 5 sec.

Mariin teeknikaa Ameerikaa fi Iraan Qataar, Dohaa keessatti gaggeessaa turan xumurameera. Mariin itti aanu sirna awwaalchaa hoogganaa olaanaa duraanii Iraan Ayaatollaa Alii Kaameenii booda itti fufa jedhe Ministeerri dhimma alaa Qataar.