Dubartiin Iraan 'goota Herregaa' jedhamuun addunyaarratti faarfamtu Mariiyaam Mirzakaanii eenyu?

Wait 5 sec.

Dubartiin Iraan Mariyam Mirkazaanii jedhamtu addunyaarratti dubartii jalqabaa badhaasa damee herregaa 'Fileds Medal' argatteedha.